Insarmuu Waaqjiraa Ada; Dr.Jeeylaan Amaaniifi; (Ass.Per.)f galannikoo guddaadha
 (Haramaya University, 2021-12)
Qorannoon kun mata duree qaaccessa sirba arrabsoo gaa‟elaa”jedhu irratti kan gaggeeffame yoo ta‟u, 
bakki itti gaggeeffame immoo Oromoo Maccaa Aanaa Horrootti.Sirbi arrabsoo gaa‟elaa safuu hawaasaa, 
amala gadhee ...