Amaan, Tamiimaa(MA); Bayyanaa, Imaanaa  (PhD); Amaan, Jeeylaan (PhD)
 (2021-06)
Kaaayyoon gooroo qorannoo kanaa ‘Lagannaa fi Laguu Oromoo Arsii Shanan Waayyuu irratti 
xiyyeffate. Qorannicha keessatti gosti qorannoo ibsaa kan dhimma ba’ame yoo ta’u, madda
ragaa tokkoffaa irraa odeffannoon fudhatameera. ...