GAHEEWWAN DUBBIIWWAN QOLAA BARNOOTA AFAAN OROMOO KUTAA 9FFAAFI 10FFAA KEESSATTI

Show simple item record

dc.contributor.author Likkituu Zawudee Lamuutiin
dc.date.accessioned 2023-03-21T07:14:26Z
dc.date.available 2023-03-21T07:14:26Z
dc.date.issued 2021-11
dc.identifier.uri http://ir.haramaya.edu.et//hru/handle/123456789/5507
dc.description 63 en_US
dc.description.abstract Qoraannoon kun gaheewwan dubbii qolaa kitaabota barataa barnoota Afaan Oromoo kutaa 9ffaafi 10ffaa keessatti qabu xiinxaluudha.Dubbiin qolaa kitaabilee filaataman keessatti xiyyeefaana keenameef xiiqadha.Kun immoo uunkalee ogafaan gosoota dubbii qolaa jala seenuu akka danda’uu akka qabiyyeeti hin teenyeeBarattooni dandeettiiwwan afaanii akka gabbifatan kan taasisu hafeewwan dhimmoota hawaasumma, siiyaasaa, dinagdeefi k,k.f akka xiinxalaan kan kakkasuu hin qabu. Dhimmoota adda adda haala adda ta’een al kallattiin akka xiinxalan kan gargaruu hin dhiyaanee. Kun immo dandeetti barattoota kana kallatii hundaan qaruuf hanqiina qaba.Kanaafuu rakkoolee gama kanaan jiru ifa baasuuf,Ka’umsa rakkoolee kanneen bira gahuuf qorannoo kana gaggeesse jira.Haaluma kanaan kaayyoon qorannichaa gaheewwan dubbiiwwaan qolaa kitaabilee filataaman keessaatti qabu gosoota dubbii qolaa kitabiilee filataaman keessaatti dhiiyate haala tamiisaainaafi fayiidaa dubbii qolaa xiinxaaluudha. Qorannoon kunqorannoo addeessaa yoo ta’uu mala akkamtaafi ammiimammtaattii dhimma bahamee kan gaggeeffameedha. , maddi raga qorannoo kanasai madda raga lammaffaadha.sabaabiin isaas namoota kitaaba kana barreessa osoo hin gafaatiin kitaaba duubiisuun waan gaggeefameef. (Kitaabonni lamaanis mala iddatteessuu miti carraa keessaa akkayyootti dhimma bahuun kan filatamaniidha. Meeshaaleen fuunaasa ragaaleen dhimma bahaman immoo sakkata harshameeti. Xiinxalliin kitaabilee filataman irratti taasifames dubbiin qolaa kanneen akka akkasaa, arbeessaa, iddeessafi nameesa bal’inaan kan argamaniifi afaan barsiisuu keessattii gaheewwan akka onnachiisuuf, qeequuf, miliquuf. Bashannansiisaa barsiisaa barachuuf kan qabaniidha. Haa ta’u malee gaheewwan dubbii qolaa afaan barsiisuu keessatti qabu hedduu ta’us dubbiiwwan qolaa kitaabicha keessatti mul’atan gosaanis ta’ee bay’inaan muraasa waan ta’niif akka qaama ogafaaniitti xiyyeeffaannoo muraasa argatan. Kun immoo guddina Afaanichaarrattis ta’ee barattoonni kallattii hundaan beekkumsa akka hin argannee godha. Kunis keessattuu sadarkaalee kutaalee filataman lamaanitti barattooonni bakka dubbisoota hubannoofi dibbisoota hiikaa bira darbanii xiinxallii waan gadi fageenyaa dubbisuu irratti waan gaggeessuu qabaniif beekkumsa xiinxallii gahaa kutalee itti aanurratti akka hinhoranne taasisa. Rakkoolee akkasii furuuf barsiisonni afaan barsiisan gosoota dubbii qolaa adda addaa sirna barnootaa keessatti madaksanii xiinxallii dubbisa daree keessaa, hojmanee, hojii gareefi dalagaalee biroo keessatti itti gargaaramuun dandeettii waa qeequufi hubannoo al kallattii barattootaa cimsuu qab en_US
dc.description.sponsorship Yuunivarsiitii Haramaayaa, en_US
dc.language.iso other en_US
dc.publisher Yuunivarsiitii Haramaayaa en_US
dc.title GAHEEWWAN DUBBIIWWAN QOLAA BARNOOTA AFAAN OROMOO KUTAA 9FFAAFI 10FFAA KEESSATTI en_US
dc.type Thesis en_US


Files in this item

This item appears in the following Collection(s)

Show simple item record

Search HU-IR System


Advanced Search

Browse

My Account