Gaheewwan Sirboonni Hojii Oromoo Harargee Sonootaafi Naamusa Barsiisuu Keessatti Qaban: Darassiifi Dikkoo Irratti kan Xiyyeeffate

Show simple item record

dc.contributor.author Abdurahamaan Muummee Usmaan
dc.contributor.author piroof Garramaaw Caalaa
dc.contributor.author Dr. Imaanaa Bayyanaa
dc.date.accessioned 2024-06-18T06:37:28Z
dc.date.available 2024-06-18T06:37:28Z
dc.date.issued 2024-08
dc.identifier.uri http://ir.haramaya.edu.et//hru/handle/123456789/7816
dc.description 90p. en_US
dc.description.abstract Durarratti Rabbii kiyya kan na uumee na jiraachisee asiin nagaheef Alhamdulillaah jechuun barbaada. Itti aansuun, gorsitoota koo kan hifannaa tokko malee beekumsaafi muuxannoo qaban osoo hin qusatin yeroo isaanii aarsaa gochuun qorannoo kana akkaan gaggeessuuf gorsa ogummaa naaf kennuun na gargaaraa kan turan: gargaaraa piroofeesaraa Garramaaw Caalaa (Gorsaa Ijoo) fi Dr. Imaanaa Bayyanaa (Gorsaa Gargaaraa) baay‟een isaan galateeffadha. Kana malees carraa kana argadhee akkaan barnoota kana galmaan gahuuf kan na taasise Yuunivarsiitii Haramaayaatiif galata guddaan qabaaf. Akkasumas yeroon ani qorannoo kana hojjadhu maatii koo kunuunsuufi haala hundumaan kan nagargaaraa turte haadha manaa tiyya Aadde Najahaa Mahammad Ibroo, ijoollee tiyya Hamdii Abdurahamaanfi Filsan Abdurahamaan guddaan galateeffadha, fayyaafi umrii dheeraan isaaniif hawwa. Dabalataan maatii koo kan osoo hin baratin na barsiisanii sadarkaa kanaan nagahuuf na bira dhaabbachaa turan naan galateeffadha. Addatti qorannoo kanaaf, odeeffannoo ragaalee namoonni naaf gumaachan galata isaaniif seenaan isaan haa yaadatu en_US
dc.description.sponsorship Haramaya University en_US
dc.language.iso en en_US
dc.publisher Haramaya University en_US
dc.title Gaheewwan Sirboonni Hojii Oromoo Harargee Sonootaafi Naamusa Barsiisuu Keessatti Qaban: Darassiifi Dikkoo Irratti kan Xiyyeeffate en_US
dc.type Thesis en_US


Files in this item

This item appears in the following Collection(s)

Show simple item record

Search HU-IR System


Advanced Search

Browse

My Account