Nugusee Badhaadhaa, Milkeessaa; Baldaa, (prof) Fiqaaduu; Amaaniif, Dr. Jeylaan
(Haramaya university, 2020-01)
Kaayyoon qorannoo kanaa inni ijoon gilgaalota dubbisuu kitaaba barataa Afaan Oromoo kutaa 7ffaa sakatta’uudha. Qorannichi saxaxa makaatti dhimma bahuun gaggeeffame. Qorannoo kana keessatti akka madda raga jalqabaatti ...