Browsing Afaan Oromoo Teaching (Education) by Author "Bayyanaa, (PhD) Imaanaa"

Browsing Afaan Oromoo Teaching (Education) by Author "Bayyanaa, (PhD) Imaanaa"

Sort by: Order: Results:

  • Ibraahim Godaanaa, Ahmed; Bayyanaa, (PhD) Imaanaa; Amaan (PhD, Jeylaan (Haramaya university, 2020-10)
    Qorannoon kun meeshaalee aadaa sirna fuudhaafi heeruma Harargee Lixaa Aanaa Odaa Bultum ibsuufi xiinxaluu irratti xiyyeeffata. Kaayyoon gooroo qorannichaa hiikaawwan meeshaalee aadaa sirna fuudhaafi heeruma Oromoo Harargee ...
  • Abdallaa Muhaammadiitiin, Biiftuu; Amaan, (PhD) Jeeylaan; Bayyanaa, (PhD) Imaanaa (Haramaya university, 2020-09)
    Qorannoon kun Amaltoltummaa Haasawa Afaan Oromoo keessatti hawaasni Aanaa Habroo Magaalaa Galamsoo fayyadamu ibsuu irratti kan xiyyeeffateedha. Ka’uumsi qorannoo kanaa inni guddaan xiinqooqa Afaan Oromoo keessatti dhimmi ...
  • Hajjii Tukee, Hassan; Bayyanaa, (PhD) Imaanaa (Haramaya university, 2020-11)
    Kaayyoon Gooroo qorannoo kanaa dubbiiwwan qolaa kitaaba barnootaa afaan oromoo kutaa 11ffaafi 12ffaa keessatti argaman qaaccessuudha. Ka‟uumsi qorannoo kanaas qabiyyeewwan dubbiilee qolaa of keessaa qaban kanneen kitaabilee ...
  • DaadhiiAmbooti, Husseen; Bayyanaa, (PhD) Imaanaa; Amaan, (PhD) Jeeylaan (Haramaya university, 2020-12)
    KaaayyoongoorooqorannookanaaeebbaafikadhannaaOromooArsiiGodina HarargeeLixaaAanaaAncaarxiinxalurrattixiyyeffate.Qorannichakeessattigosti qorannoo ibsaa kan dhimma ba’ame yoo ta’u madda ragaa tokkoffaarraa ragaaleen ...
  • DaadhiiAmbootii, Husseen; Bayyanaa, (PhD) Imaanaa; Amaan, (PhD) Jeeylaan (Haramaya university, 2020-05)
    KaaayyoongoorooqorannookanaaeebbaafikadhannaaOromooArsiiGodina HarargeeLixaaAanaaAncaarxiinxalurrattixiyyeffate.Qorannichakeessattigosti qorannoo ibsaa kan dhimma ba’ame yoo ta’u madda ragaa tokkoffaarraa ragaaleen ...
  • Imaam Abdallaa, Muniiraa; Abdoo, (Piroof) Muhaammad; Bayyanaa, (PhD) Imaanaa (Yuunivarsiitii Haramaayaa, Haramaayaa, 2022-04)
    Mammaaksi afoola Oromoo keessaa isa tokko ta’ee jiruuf jireenya hawaasaa keessatti wantoota mudatan haala garagaraan ibsuuf kan dhimma itti bahamudha. Qorannoo kanaaf ka’umsa kan ta’e, dubartoonni dandeettiifi ogummaa ...
  • Dammishuu, Ijaaroo; Bayyanaa, (PhD) Imaanaa; Abdoo, (Garga Piros) Muhaammad (Haramaya university, 2014-01)
    Kaayyoon qorannoo kanaa weelluu buxxuulaa xiinxaluudhaan dhaloota dhufufuuf bifa barreeffamaatiin olkaahuudha. Mata duree kanarratti qorannoon kun akka gaggeeffamuuf ka’umsa kan ta’ e, weelluun buxxuulaa afaaniin darbuun ...
  • Milkeessaa Xuurii, Ifaa; Abdoo, (Pirofe) Muhaammad; Bayyanaa, (PhD) Imaanaa (Haramaya university, 2020-03)
    Qorannoon kun xiinxala yaadayoo dalagaalee barreessuu kitaaba barataaa barnoota Afaan Oromoo kutaa 11ffaa irratti xiyyeeffate. Qorannicha keessatti, mala qorannoo walmakaatti dhimma bahame. Malli ragaaleen ittiin funaanaman ...

Search HU-IR System


Advanced Search

Browse

My Account