Ajjamaa Baayisaa Dameetiin
(Haramaya university, 2022)
Qorannoon kun himoo sirna awwaalchaagodina shawaa lixaa aanaa liiban jaawwiirratti
jedhurratti. Kaayyoon qorannichaa xiinxala afwalaloo dhaadanii himuu ta’ee, kaayyoo kana
galmaan ga’uuf maddi ragaa qorannoo kanaaf ...