QAACCESSA QABIYYEEFI ERGAA WALALOOWWAN KITAABA „MIILA KAAYYOO

Show simple item record

dc.contributor.author Tufaa, Jabeessaa
dc.contributor.author Bayyanaa, Dr. Imaanaa
dc.date.accessioned 2021-08-27T05:56:19Z
dc.date.available 2021-08-27T05:56:19Z
dc.date.issued 2019-05
dc.identifier.uri http://localhost:8080/xmlui/handle/123456789/4313
dc.description 80p. en_US
dc.description.abstract Qorannoon kun mata-duree qaaccessa qabiyyeefi ergaa walaloowwan kitaaba miila kaayyoo irratti xiyyeeffachuun kan gaggeeffamedha. Kaayyoon gooroo qorannichaa qabiyyeewwaniifi ergaa walaloowwan Kitaaba miila kaayyoo jedhu haala hojii aartichaa keessatti qabu xiinxala gadifageenyaa kennuudha. Bu‟aan qorannoo kanaa ogbarruu Oromoo gara fuul-duraatti akka tarkaanfatu barsiisota manneen barnootaa, hojjettoota waajjiraalee aadaafi tuurizimii aanaaleefi hojjettoota biiroolee barnootaaf odeeffannoo kennuudha. Barattoonni manneen barnootaa keessatti dandeettii waa uumuu isaanii gara sadarkaa ol‟aanaatti ceesisuuf ni gargaara. Akkasumas, qorattoota mata-duree kana fakkaatu irratti qorannoo gaggeesuu barbaadaniif akka ka‟umsaatti tajaajiluu danda‟a. Qorannoo kun barruuleefi kitaabilee ogumaa barruu firoominaaf tajaajilan adda addaafi yaadiddamoota garagaraatti dhimma bahuu danda‟eera. Qorannichi malleen qorannoo keessaa mala qorannoo akkamtaatti dhimma ba‟eera. Gosa iddatteessuu mit-carraa keessaa kaayyeffataatti dhimma baheera. Tooftaaleen ragaaleen ittiin walitti qabaman arshammee yookaan sakatta‟a dokumantiti. Ragaaleen walitti qabaman akkaataa gaaffilee bu‟uura qorannoo deebisuu danda‟uuniifi kaayyoolee gooree milkeessuu danda‟uunqabiyyee isaaniin qoqqoodamanii jechoota, gaalewwaniifi himoota walitti fiduun keeyyata keeyyataan ibsamaniiru. Qabiyyeewwan walaloowwan kunneen akka: siyaasaa, seenaa, dinagdee, sonoota hawaasaa fi kan kana fakkaatan yoo ta‟u, haala qabatamaa jiruufi jireenya hawaasaa bu‟uura godhatee kan dhiyaate ta‟uusaat en_US
dc.description.sponsorship Haramaya University en_US
dc.language.iso en en_US
dc.publisher Haramaya university en_US
dc.title QAACCESSA QABIYYEEFI ERGAA WALALOOWWAN KITAABA „MIILA KAAYYOO en_US
dc.type Thesis en_US


Files in this item

This item appears in the following Collection(s)

Show simple item record

Search HU-IR System


Advanced Search

Browse

My Account