Browsing Afaan Oromoo Teaching (Education) by Author "Amaan, Dr. Jeeylaan"

Browsing Afaan Oromoo Teaching (Education) by Author "Amaan, Dr. Jeeylaan"

Sort by: Order: Results:

  • Dhugaasaa Sheeqqataa, Geetaachoo; Bayyanaafi, Dr. Imaanaa; Amaan, Dr. Jeeylaan (Yuunivarsiitii Haramaayaa, 2018-03)
    Qorannoo kun Qaacceessa Faaruu Waaqeeffannaa Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Sooddoo Daaccii irratti kan xiyyeeffate yoo ta’u kaayyoon isaa inni gooroofaaruu Waaqeffannaa galumsa raawwii amantichaa keessatti funaanuu, ...
  • Tasgaraa Taphataa, Tolasaa; Bayyanaa, Dr.Imaanaa; Amaan, Dr. Jeeylaan (Haramaya University, 2018-03)
    Qorannoon kun Qaaccessa Faayidaa Faaruu Darashii Godina Harargaa Bahaa aanaa Kombolchaa irratti kan xiyyeeffatudha. Kaayyoon qorannoo kanaa faaruu darashii hawaasa kana faana baroota lakkoofsise akka hinjijjiiramneefi ...
  • Birraatuu Aaboyee, Laggasaa; Bayyanaaf, Dr. Imaanaa; Amaan, Dr. Jeeylaan (Haramaya University, 2019-03)
    Qorannoo kun Oromoo Salaalee Aanaa Warra Jaarsootti kan gaggeeffame yommuu ta’u, kaayyoon isaas aadaa sirba goobee dargaggoonni simannaa birraafi ayyaana gubaa irratti sirban qaacceessuudha.Sirni raawwii sirba goobee ...
  • Dayyaas Godoo, Dirribaa; Amaan, Dr. Jeeylaan; Abdoo, Muhaammad (Haramaya University, 2019-08)
    Qorannoo kun Xiinxala Meeshaalee Aadaa Miidhaginaa Oromoo Harargee Aanaa Habroo ibsuu irratti xiyyeeffata. Kanumaan walqabatee, hanga ammaatti qorannoon meeshaalee aadaa miidhaginaa Oromoo Harargeerratti gaggeeffame bal’inaan ...

Search HU-IR System


Advanced Search

Browse

My Account