Dammishuu, Ijaaroo; Bayyanaa, (PhD) Imaanaa; Abdoo, (Garga Piros) Muhaammad
 (Haramaya university, 2014-01)
Kaayyoon qorannoo kanaa weelluu buxxuulaa xiinxaluudhaan dhaloota dhufufuuf bifa 
barreeffamaatiin olkaahuudha. Mata duree kanarratti qorannoon kun akka gaggeeffamuuf 
ka’umsa kan ta’ e, weelluun buxxuulaa afaaniin darbuun ...