Dhugaasaa Akkasaa, Fayyeeraa; Baldaa, Fiqaaduu
(Haramaya University, 2019-07)
Qorannoon kun “ Gahee geerarsi misooma qonnaa keessaatti qabu qaacceessuu ” irratti kan gaggeeffame yoo ta’u, bakki itti gaggeeffame, Godina Wallaga Bahaa, Aanaa kiiramuti. Ka’umsi Qorannoo kanaas, Geerarsi gahee inni ...