Shifarraa Badhaadhaa
(Haramaya University, 2025-11)
Kaayyoon qorannoo kanaa, Xiinxala Fayyadama Afaanii Walaloowwan Zalaalama Abarraa
filataman keessattii xiinxaluudha. Malli qorannoo hojiirra ooles, mala qorannoo „akkamtaa‟
yemmuu ta‟u, Maddi ragaalee qorannichaaf dhimma ...